Maaddii Abol
Ardaa Jilaa
Maaddii Abol

Arda Jila

489DocumentaryPG

Ardaa Jila

Safuufi aadaa oromoo — Ardaa Jilaa

00:02:05
Oromoon waan safeffatu qaba. Safuun waan hudaaf bu'uura jedhet amana. Ijjoolleen maatii ni safeeffatu, nikabajus.
2
Safuufi aadaa oromoo — Ardaa Jilaa Image : 199
Ardaa Jilaa

Ardaa Jila

Ardaa Jilaa, dookumantarii  jiruufi jireenya, aadaafi duudhaa uummata Oromoo irratti xiyyeeffatu. Safuufi aadaa Oromoo. Oromoon waan safeeffatu qaba. Safuun waan hudaaf bu'uura jedheetu amana. Ijjoolleen maatii ni safeeffatu, nikabajus!

S1 | E2
09 Fulbaana 09:00
'S1/E2 of 12'. Dookumeenteerii haala jireenyaa seenaa fi dudhaa ummata Oromoo calaqisu.

Ardaa Jila daawwadhaa